Amma feete nama gudda taatus barachuu hin dhiisina. Akkuma hirfiba kaatanin gara mana barnoota deemufi gara keenya dhufu hin dagaatina. Kuuraz teek isiniif barnoota garagara dhiyeesseera. Ammuma barnoota barachuu egalun abjuu keessan dhugoomsa. Barachuuf sa'aatii fi iddoo gaari irra jirtu...nu waliin tura.
" Itiyoophiyaan Ijoolle Isheen Kabajamtee fi Sodaatamte Ni Jiraatti !!! "
furmaata gammachiisa fi faayida qabu kana arguu koof baayyen gammade. kanaafu kallattin danda'uu hundaan hirmaachuf fedhi qaba.
Namoota biyya keenya gargaaruf Hojii gudda sin goota arguu koof gammadeera.
Kuuraz teek dqmdeetti Hojii umuu kiyya agarsiisu waltajji na kenna. Qabbiyyeen dhiyeessa keessani haala naanno irratti kan hundaa'ee waan ta'eef salphaan akka hubadhu naa taasiseera.Jalqabni koo ed teekidha.
Barnoonni chaanneli kana irratti keenna jirtaan dhaloota dhufuf gahee gudda taphata. Dhugumaan hojiiwwan akkaana biyya keenya itiyoophiyaatti jijjirama ajaa'ibsiisa fidaa jira.